John 14:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Abbaa hin kadhadha, innille Jajjabeessaa dhibii, ka haga bara baraa isin woliin jiraatu isiniif hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini Abba kad'ad'a, aka qarqaarsa d'ibi isanii ergu, aka inni haga hegeri isani woliini tau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Abbaa kadhadhaa, duuba innii qarqaarsa dhibii ka haga jiruu jireennaallee isan waliin jiru isanii erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Aabbaan hin kadhadha; Innillee baraa haga bara baraa ka isin woliin jiraatu, ka isin jajjabeessu ka biraa isinii kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani Aabbaan hin kadhadha, Innillee baraa haga bara baraa ka isin woliin jiraatu ka isin jajjabeessu ka biraa isinii kenna. Innillee ka adunyaan hin arginee fi hin beenne waan ta'eef, ayyaana dhuga'aa ka isaan amanuu hin dandeenne. Haata'uu ammo isin bira waan jiraatuuf isin keessaallee waan jiraatuuf isin hin beettaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani Waaqa Abbaa ni kadhadha, inni'llee bara baraaf ka isin woliin jiraatu jajjabeessaa bira'aa, isinii ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Abbaa hin gaafadha, innille Jajjabeessaa dhibii, ka haga bara baraa isin woliin jiraatu isiniif hin kenna.