John 14:17 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Ayyaana dhuga'aa ti. Biyyi lafaa waan isa hin dhaggineef yookiin isa hin beenneef, isa hin fudhattu. Isin ammoo waan inni isin keessaa fi isin woliin jiraatuuf, isa hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Lubbu d'uga, ka nami lafa dandae inarganne, waan isa ingarre yokhaani isa imbeenneefi. Ammo isani imbeetani, waan inni isani woliini tae, isani keesa haga hegeri tauufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii hafuura dhugaati, biyyitii lafaa waan isa hingarreef yokaan isa hinbeenneef, dandeettee isa hinfudhattu, isan ammoo waan innii isan waliin taa'ee haga hegeriillee isan keessa taa'uuf hinbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ka adunyaan hin arginee fi hin beenne waan ta'eef ayyaana dhuga'aa ka isaan amanuu hin dandeenne. Haa ta'uu ammo isin bira waan jiraatuuf isin keessallee waan jiraatuuf isin hin beettaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee Hafuura dhuga'aati, biyyi lafaa waan isa hin arginee fi waan isa hin beekinneef, ufitti isa fudhachu'uuf hin danda'u, isin garuu, inni isin woliin waan ta'ee fi isin keessa'llee waan jiruuf, ni beettaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Ayyaana dhuga'aa ti. Biyyi lafaa waan isa hin dhaggineef yookiin isa hin beenneef, isa hin fudhattu. Isin ammoo waan inni isin keessaa fi isin woliin jiraatuuf, isa hin beettan.