John 14:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa diqqo'oon duuba biyyi lafaa deebitee ana hin dhaggitu; isin ammoo ana hin dhaggitan; ani jiraataa waan te'eef, isinille hin jiraattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti diqo nami lafa deebie na inargu, ammo isani na agartani, waan anini jiruufi isanileeni injiraattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bultii diqqoon duuba namii lafaa deebi'ee na hinarguu, isan ammoo na gartani, waan anin jiruuf isaniilleen injiraattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma bara diqqo'otu hafe; achiin maayessa adunyaan na hin argitu. Isin ammo na argitan, ani jiraataa waan ta'eef isinillee akkasuma jiraattota taatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma bara diqqo'otu hafe achiin maayessa adunyaan na hin argitu. Isin ammoo na argitan, ani jiraataa waan ta'eef. Isinillee akkasuma jiraattota taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo muraasaan duubatti biyyi lafaa ana hin argu, isin garuu ana ni argitan, ani jiraataa waan ta'eef isin'llee lubbu'uun ni jiraattan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa diqqo'oon duuba biyyi lafaa deebitee na hin dhaggitu; isin ammoo na hin dhaggitan; ani jiraataa waan te'eef, isinille hin jiraattan.