John 14:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mana Abbaa kiyyaa keessa addeen leeto'oo heddu'utti jira; anille addee isiniif qopheessiisaaf deemaara. Adoo isiin hin jirre teetee ani silaa tana isinitti hin himuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Abba kiyya keesa fulla hedduti jira, yo injirre sila isaniti hima. Anini deeme fulla isanii mid'aasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana Abbaa kiyyaa keessa fulaan taan hedduutti jira, adoo silaa hinjirre taatee isanitti hima; anin deemeetti fulaa isanii qopheessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Abbaa kiyyaa keessa huleen jireennaa heddutu jiraa; silaa uduu hin jiraanne ta'ee kana isiniin hin jedhu. Hulee isinii qopheessu'uuf deema,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana Abbaa kiyyaa keessa huleen jireennaa heddutu jira; silaa uduu hin jiraanne ta'ee kana isiniin hin jedhu. Hulee isinii qopheessu'uuf deema,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Abbaa kiyyaa keessa bakki jireennaa baayi'etu jira, yoo ta'uu dhabaate garuu, ‹bakka jiraattan isinii qopheessu'uuf ni deema› isiniin jedha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana Abbaa kiyyaa keessa addeen leeto'oo heddu'utti jira; anille addee isiniif qopheessiisaaf deemaara. Adoo isiin hin jirre teetee ani silaa tana isinitti hin himuuyyu.