John 14:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Abbaa kiyyaan, isin anaan, anille isiniin akka jiru, guyyaa san hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni aka anini Abba keesa jiru, ka akuma anini isani keesa jiru ka isanileeni na keesa jirtani beetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa sun akka anin Abbaa kiyya keessa, isan ammoo na keessa, anilleen isan keessa jiru inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ani Abbaa kiyya keessa jiru akka isinillee na keessa jiraattan akka anillee isin keessa jiru gaafa san hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka ani Aabbaa kiyya keessa jiru akka isinillee na keessa jiraattan akka anillee isin keessa jiru gaafa san hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani Waaqa Abbaa keessa, isin'llee akkuma ana keessa jirttanitti ani'llee isin keessa akka jiru guyyaa sanitti, ni beekittan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Abbaa kiyyaan, isin anaan, anille isiniin akka jiru, guyyaa san hin beettan.