John 14:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaa nama biyya Keriyootii adoo hin te'in, Yihudaan dhibiin, “Gootta'a, biyya lafaatitti adoo hin te'in, attamiin nu'utti ifi mudhitta?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani (ka Iskariotetiniti) kaani d'ibiini waan jed'eeni, Aabbo akami ufi nu beesifte nama lafa ufi imbeesisiini?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudaa ka Keriyoti adoo inta'in tokko dhibiin, “Aabboo akkam ufi nu beesiftee nama lafaa ufi hinbeesifne ree?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaa nama biyya Keriyootii uduu hin taane Yihuudaan biraa, «Gooftaa kiyya! biyya lafaatitti uduu hin taane attamitti nutti uf mudhifta?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudaa nama biyya Asqorootu'uu uduu hin taane, Yihuudaan biraa, «Gooftaa kiyya! biyya lafaatitti uduu hin taane attamitti nutti uf mudhifta?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nama biyya keriyootii uduu hin ta'in Yihudaan bira'aa, yaa Gooftaa! Mataa kee biyya lafaatiif uduu hin ta'in nu'utti ka muldhifttu attamitti?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaa nama biyya Keriyootii adoo hin te'in, Yihudaan dhibiin, «Gootta'a, biyya lafaatitti adoo hin te'in, attamiin nu'utti ifi mudhitta?» jedhe.