John 14:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jajjabeessaan Ayyaanni Woyyichi, ka Abbaan maqaa kiyyaan ergu, waan mara isin hin barsiisa; waan ani isinitti hime maralle isin hin qaassisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami isani jabeesu, ka Lubbu Qulqullo jed'ani, ka Abbaani maqa kiyyaani ergu, waan ch'ufa isani barsiise waan anini isaniini jed'e ch'ufa isani qaabsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namii isan jabeesu, ka Hafuura Qulqulloo jedhan, ka Abbaan maqaa kiyyaan ergu, waan cufaa isan barsiiseetti waan anin isaniin jedhe cufaa isan qaabsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Woyyuun Abbaan kiyya maqaa kiyyaan ergu ammo booharsaan inni waa maraa isin barsiisa. Waan ani isinitti hime maraa isin qaabsisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Woyyuun Abbaan kiyya maqaa kiyyaan ergu ammoo booharsaan inni waa maraa isin barsiisa. Waan ani isinitti hime maraa isin qaabsisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan maqaa kiyyaan ka ergu Hafuurri Qulqulluun jajabeessan garuu, waan maraa isin ni barsiisa, waan ani isinitti hime maraa akka yaadattan isin ni taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jajjabeessaan Ayyaanni Woyyichi, ka Abbaan maqaa kiyyaan ergu, waan mara isin hin barsiisa; waan ani isinitti hime maralle isin hin qaabachiisa.