John 14:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Nageya isin bira keya; nageeya kiyyalle isiniif hin kenna. Nageenni ani isinii kennu, nageya akka biyyi lafaa isinii kennituutii moti. Gadhaan keessan hin raafamin; hin sodaatinille'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nagayaani taa, nagayaa kiyya isanii kenna, aki anini isanii kennu aka nami lafa woli kennuniti, garaa keesani keesa gaargaltani insodaatiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nagayaan tahaa, nagaa kiyya isanii kennaa; akki anin isanii kennu akka namii lafaa walii kennuuniti, garaa keessan keessa raafamtanii, hinsodaatinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani nagaya isinii dhiisa; nagaya kiyyallee isinii kenna; nageenni ani isinii kennu ka akka Adunyaan isinii kennituu miti. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatina'alle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani nagaya isinii dhiisa. Nagaya kiyyallee isinii kenna, nageenni ani isinii kennu, ka akka Adunyaan isinii kennituu miti. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatina'alle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nagaya isiniif ni dhiisa, nagaya kiyya'llee isinii ni kenna, nageenni ani isinii kennu nagaya akka biyyi lafaa isinii kennuutii miti, onneen keessan hin sarddamin, akkuma kanaan'llee hin sodaatin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nageya isin bira keya; nageya kiyyalle isiniif hin kenna. Nageenni ani isinii kennu, nageya akka biyyi lafaa isinii kennituutii moti. Gadhaan keessan hin raafamin; hin sodaatinille'e.