John 14:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tun yennaa teete akka dhugeeffattanuuf, duraan dursee adoo tun mara hin te'in, amma isinitti himeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya isaniti hime, ato guyyaani ingahiini, aka yo guyyaani suni gahe d'ugefattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo guyyaan hinga'in, akka yo guyyaan sun ga'ee dhugeeffattan, anin ya isanitti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ta'een maayessa akka amantan kun uduu hin taane isinitti himeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga ta'een maayessa akka amantan kun uduu hin taane isinitti himeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun yeroo ta'utti akka amanttaniif, duraan durssee isinitti himee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun yennaa teete akka dhugeeffattanuuf, duraan dursee adoo tun mara hin te'in, amma isinitti himeera.