John 14:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka biyya lafaa tana bulchu Seexanni waan dhufiisatti jiruuf, kanatti dabalee yoona guddoo isin woliin hin dubbadhu. Inni ana irratti hunna hin qabu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armaa achi anini guddo isaniini indubbad'u, wonti akanatiifi hayyuuni lafa tana d'ufuti jira, inni jabeenna womatu ka woiini na tolchu inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Armaa achi anin guddoo isaniin hindubbadhu, maaliif hayyuun lafa tanaa dhufuutti jira, haa ta'u malee innii jabeenna homaatuu ka wa'iin na tolchu hinqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi isin woliin waan heddu hin qaaqu; bulchaan adunyaa tanaa waan dhufuuf, inni na irraa waan tokko hin qabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammaa achi isin woliin waan heddu hin qaaqu, bulchaan adunyaa tanaa waan dhufuuf, inni na irraa waan tokko hin qabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulichaan biyya lafa tanaa sheexanni dhufuu isaa waan ta'eef ammaa achitti isin woliin baayi'ee hin haasayu. Inni'llee ana irratti huminna woyiituu hin qabu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka biyya lafaa tana bulchu Seexanni waan dhufiisatti jiruuf, kanatti dabalee yoona guddoo isin woliin hin dubbadhu. Inni na irratti hunna hin qabu;