John 14:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa addee ani dhaqaaru geessu san isin hin beettan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara ani deemule kara la barattani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara anin deemuullee karaa la barattani” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara ani dhaqullee hin beettan; karaallee hin beettan» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara ani dhaqullee hin beettan. Karaallee hin beettan» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa ani deemu'llee ni beekittan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa addee ani dhaqaaru geessu san isin hin beettan» jedhe.