John 14:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo ana beettanee jiraattanee Abbaa kiyyalle hin beettaniiyyu. Ammaan jalqaddanee isa hin beettan, isalle dhaggitaneertan” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila na beetani, Abba kiyyale imbeetani; armaa achi isa beetani ammalle ya isa argitani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo silaa na beettanii, Abbaa kiyyaallee inbeettan; armaa achi isa inbeettani ammallee isa ya argitani” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana uduu beettanii akkasuma Abbaa kiyyallee hin beettan. Amma irraa jalqabdanii hin beettan; argitaniirtanille'e» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ana uduu beettanii, akkasuma Abbaa kiyyallee hin beettan. Amma irraa jalqabdanii hin beettan argitaniirtanille'e» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ana uduu beekittanii jiraattaniitii Abbaa kiyya'llee ni beekittan ture, ammaa achitti garuu ni beekittaniin, argitaniinii jirttaniin'lle'e.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo na beettanee jiraattanee Abbaa kiyyalle hin beettaniiyyu. Ammaan jalqaddanee isa hin beettan, isalle dhaggitaneertan» jedheen.