John 15:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Muki woyni'ii dhugichi Ana; ka dhaabee guddisu Abbaa kiyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini zabibu d'ugaati, Abbaani kiyya abba oobruuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Zabibuu dhugaati, Abbaan kiyya abbaa oobruuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jirmi woyini'ii ka dhuga'aa ana. Ka isa dhaabee guddise Abbaa kiyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jirmi woyini'ii ka dhuga'aa ana. Ka isa dhaabee guddisellee Abbaa kiyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gudeelchi muka woyinni'ii dhugaalessi ana, hojjataan biqilttu'uu'llee Abbaa kiyya,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Muki woyni'ii dhugichi Ana; ka dhaabee guddisu Abbaa kiyya.