John 15:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Gammadi kiyya isin keessa akka jiraatuuf, gammadi keessanille guutuu akka te'uuf tana dubbadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana anini yayu isaniti hime aka gammadi kiyya isani keesa tae gammadi keesanileeni guutamu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka gammadii kiyya isan keessa taa'ee, gammadii keessaniilleen guutamuu anin waan kana cufaa yaayyuu isanitti hime.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana ka isinitti hime gammachuun kiyya isiniin akka ta'uu fi gammachuun keessan'llee, muda maleessa akka ta'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gammadi kiyya isin keessa akka jiraatuuf, gammadi keessanille guutuu akka te'uuf tana dubbadhe.