John 15:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko jiruu ifii jaalota ifiitiif dabarsee kenniisa irra caalaa, jaalala caalu hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni jaalala hagana ira inqabu, ta nami maro jaalaani ufitiifi duu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen jaalala hagana irraa hinqabu, ta namii marroo jaallan ufiitiif du'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu ufii jaalalloota ufiitii kennuu caalaa, jaalala kana caalu eennullee hin qabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lubbuu ufii jaalalloota ufiitii kennuu caalaa, jaalala kana caalu eennullee hin qabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni lubbuu isaa waayee waaheloota isaatiif dabarssee kennuu, ka caalu jaalala hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko jiruu ifii jaalota ifiitiif dabarsee kenniisa irra caalaa, jaalala caalu hin qabu.