John 15:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eegasuu ani akka isin wol jaallattanuuf isin ajaja” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana duuba anini isaniti hima: woljaalad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana duuba anin isanitti himaa, waljaaladhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isin wol jaalattan kana ajaja» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka isin wol jaalattan kana isin ajaja» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa ani ka isin ajaju, ufii keessan akka wol jaalattaniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegasuu ani akka isin wol jaalattanuuf isin ajaja» jedhe.