John 15:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Biyyi lafaa yoo isin jibbite, isiniin duraa akka ana jibbiteertu beeka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami lafa isani jibbe, beekha aka, ato isani injibiini, na jibbani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabree, “Yo namii lafaa isan jibbee, akka adoo isan hinjibbin, na jibban beekaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo adunyaan isin jibbite isiniin dura akka na jibban beekaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Adunyaan yoo isin jibbite isiniin dura akka na jibban beekaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Biyyi lafaa yoo isin jibbe isiniin duranatti ana akka jibbe beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Biyyi lafaa yoo isin jibbite, isiniin duraa akka na jibbiteertu beeka'a.