John 15:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo ani dhufee isaanitti hin dubbatin te'ee, silaa cubbuu isaanitti hin teetuuyyu. Amma ammoo cubbuu ifiitiif sababa dhi'eeffatanu hin qabanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila anini d'ufe worrati himu d'ibaad'e, daba inqabani; ammo ammatana waan dabaani d'ofatani inqabani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo silaa anin dhufee warratti himuu dhibaadhee, cubbuu hinqaban; ammoo ammatana waan cubbuun dhoffatan hinqabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu dhufee isaanitti himuu dhabaadhee silaa cubbuu isaanitti hin ta'u. Amma ammo cubbuu isaaniitiif sababa hin qaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani uduu dhufee isaanitti himuu dhabaadhee silaa cubbuu isaanitti hin ta'u. Amma ammoo cubbuu isaaniitiif sababa hin qaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani dhufee isaanitti uduu himuu dhabaadhee, cubbuu isinitti hin ta'uuyyu ture, amma garuu cubbuu keessaniif sababaa hin qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo ani dhufee isaanitti hin dubbatin te'ee, silaa cubbuu isaanitti hin teetuuyyu. Amma ammoo cubbuu ifiitiif sababa dhikeeffatanu hin qabanu.