John 15:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille jalqabaa jalqaddanee ana woliin waan jirtanuuf, dhugaa hin baatan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni na d'ugeesitani, waan haguma duri na woliini jirtaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniilleen waan haguma duriitii na waliin jirtaniif naa dhugeesitan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkasuma jalqabuma irraa waan na woliin jiraattaniif hin raddan» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee akkasuma jalqabumarraa waan na woliin jiraataniif hin raddan» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee jalqaba irraa kaasee anaan woliin waan turttaniif, ragaa ni baatan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille jalqabaa jalqaddanee na woliin waan jirtanuuf, dhugaa hin baatan» jedhe.