John 15:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin yoo anaan jiraattane, jechi kiyyalle isin keessa yoo jiraate, waan feetane mara yoo kadhatane hin dhaggattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani na keesa teetani dubbini tiyya isani keesa teete, waan feetani ch'ufa kad'ad'a, isanii kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo na keessa teetanii dubbiin tiyyaalleen isan keessa teete, waan feetan cufaa kadhadhaa, isanii kennanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na keessa yoo jiraattan, yoo dubbiin kiyyallee isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadhaa'a isinii ta'aa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Na keessa yoo jiraattan dubbii yoo isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadha'aa isinii ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Anaan yoo jiraattan dubbiin kiyya'llee isin keessa yoo jiraatee, waan barbaaddan yoo kadhattan ni argattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin yoo anaan jiraattane, jechi kiyyalle isin keessa yoo jiraate, waan feetane mara yoo gaafattane hin dhaggattan.