John 15:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Midhaan hedduu isin buuttanuun Abbaan kiyya ulfaata; barattoota tiyya te'uu keessanille mudhittan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Abbaani kiyya inguddifama, waan isani mid'aani guddo baaftaniifi; akasiini isani jara kiyya taatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan isan akkanaan, midhaan guddoo baafatanii jara kiyya taataniif, Abbaan kiyyaa inguddifamaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu daraaraa heddu godhattanii darasoota kiyya taatan, Abbaan kiyya kanaan kabajjama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu daraaraa heddu godhattanii darasoota kiyya taatani, Abbaan kiyya kanaan kabajjama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Firii baayi'ee yoo daraarttan kanaan Abbaan kiyya ni ulffaata, isin'llee barattoota kiyya ta'uu keessan ni muldhifttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan hedduu isin buuttanuun Abbaan kiyya ulfaata; barattoota tiyya te'uu keessanille mudhittan.