John 15:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Abbaan kiyya ana jaallate anille isin jaalladhe; jaalala kiyyaan jiraadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Abbaani na jaalatu, anileeni isani jaalad'a; jaalala tiyya keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Akkuma Abbaan na jaalatu, aniilleen isan jaaladha; jaalala tiyya keessa taa'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Abbaan kiyya na jaalate, anillee akkasuma isin jaaladheera. Jaalala kiyyaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Abbaan kiyya na jaalate, anillee akkasuma isin jaaladheera. Jaalala kiyyaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan ana akkuma jaalate, ani'llee isin ni jaaladhe, kanaaf jaalala kiyyaan jiraadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Abbaan kiyya na jaalate anille isin jaaladhe; jaalala kiyyaan jiraadha'a.