John 16:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Dhugeeffannaa teessan irraa akka isin hin gufanneef, ani tana maraa isinitti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana yayu isaniti hime aka d'ugefachaani teesani laafte isaani kara iraa ingorre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Akka dhugeeffachaan teessan laaftee isan karaa iraa hingore, anin waan kana laayyuu isanitti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hin gufanneef kana isinitti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka hin guffanneef kana isinitti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kunoo, kana maraa ka isinitti hime amantiin keessan akka hin raaffaminneef jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Dhugeeffannaa teessan irraa akka isin hin gufanneef, ani tana maraa isinitti hime.