John 16:10 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani gara Abba'aa waan deemuuf, isinille deebitanee waan ana hin dhaggineef, inni marroo balchuma'aa hin mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka d'ugaani jirtu, waan anini gara Abba d'aquufi, duuba isani iti deebitani na inargitani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka qajeelumaan jirtu, waan anin gara Abbaa dhaquuf, duuba isan itti deebitanii na hinargitan;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee qulqullaayomaa ka saaxileessu, gara Waaqa Abba'aa waan deemuu fi ammaa achitti, waan ana hin argineef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara Abba'aa waan deemuuf, isinille deebitanee waan na hin dhaggineef, inni marroo balchumma'aa hin mudhisa.