John 16:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchaa lafa tanaatitti waan duruu muranteertuuf, inni marroo mura'aa mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka Waaqi wollaala namati muru, waan hayyu lafa tana wollaala iti muraniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka Waaqii wallaala namaatti muru, waan hayyuu lafa tanaa wallaala itti muraaniif.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan murti'iitiif ammo bulchaa adunyaa tanaatitti duraanuu murteefameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan murti'iitiif ammo bulchaa adunyaa tanaatitti duraanuu murteefameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waayee murti'ii ka saaxilu bulichaan biyya lafa kanaa, waan itti murteeffameef.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaa lafa tanaatitti waan duruu muranteertuuf, inni marroo mura'aa mudhisa.