John 16:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani waan hedduu isinitti himu qaba, amma ammoo qalbeeffatiisa hin dandeettanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammalle waan heddu ta isaniini jed'u qaba, ammo amma dandeetani imfud'attani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin ammallee waan hedduu ta isaniin jedhu qabaa, ammoo amma dandeettanii hinfudhattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan isinitti himu ammallee waan heddu qaba. Haa ta'uu ammo mara isaa qaabachuu hin dandeettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan isinitti himu ammallee waan heddu qaba. Haata'uu ammoo mara isaa qaabachuu hin dandeettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ufi durana ka isinitti himu waan baayi'ee ni qaba, amma garuu isinitti ni ulffaata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani waan hedduu isinitti himu qaba, amma ammoo qalbeeffatiisa hin dandeettanu.