John 16:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni dhuga'aa yennaa dhufe, inni gara dhuga'aa mara isin hin geessa. Inni ifirraa fuudhee hin dubbatu, ammoo waan dhage'ee fi waan dhufu'uu jiru dubbata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule hojja Lubbuuni d'ugaa d'uftu, isiiti waan d'ugaa iti isani qajeelcha. Isiini waan ufi indubbatu, ammo waan d'ageete ch'ufa dubbatti, waan eegi tana d'ufale isaniti himti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii dhugaa sun yo dhufu, gara dhugaa cufaa isan geessa; innii waan ufii hindubbatuu, ammoo waan dhagaayee dubbata, waan eegii tanaa dhufaallee isanitti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni dhuga'aa hennaa dhufe ammo gara dhuga'aa maraa isin geessa. Waan dhagayu mara dubbata malee uf irraa waan hin dubbanneef waan dhufullee isinitti hima.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Ayyaanni dhuga'aa ammoo hennaa dhufe gara dhuga'aa maraa isin geessa. Waan dhagayu mara dubbata malee, ufi irraa waan hin dubbanneef waan dhufullee isinitti hima.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri dhuga'aa yeroo dhufetti, gara dhugaa maraa isin ni eemara. Inni ka dubbatu waan dhagaye malee, ka isaa waan hin ta'iniif, inni ufi durana wonittoota ta'an maraa isinitti ni hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni dhuga'aa yennaa dhufe, inni gara dhuga'aa mara isin hin geessa. Inni ifirraa fuudhee hin dubbatu, ammoo waan dhage'ee fi waan dhufu'uu jiru dubbata.