John 16:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni waanuma ani jedhu fuudhee waan isinitti himuuf, ulfinna anaaf hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini na guddifte waan kiyya fuute isani agarsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii na guddiseetti waan kiyya fuudhee isan garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni na kabajja; na irraa fuudhee isinitti waan himuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni na kabbajja narraa fuudhee isinitti waan himuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kiyya ka ta'e irraa fudhatee isinitti waan himuuf, ana ni kabaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waanuma ani jedhu fuudhee waan isinitti himuuf, ulfinna naaf hin kenna.