John 16:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ittuma deebi'anee, “ ‘Yennaa diqqoo’ jechuun kun maan? Marroo maanii akka inni dubbatiisatti jiru nuuti hin beennu” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri duuba waan jed'e, Wonti inni, Eegi buti diqo jed'e tunini maani? Waan inni jed'eefi imid'aafanne jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba warrii, “Wantii innii, ‘Bultii diqqoon duubaatti’ jedhe tunin maan? Waan innii jedheef hinmidhaafannee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa, « ‹Hennaa diqqoo ka jedhu kun maali'i?› waan inni dubbatu hin beennu» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa, « ‹Hennaa diqoo ka jedhu kun maali'i?› waan inni dubbatu hin beennu» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa kun, ‹ka yeroo muraasaan duubatti› wonitti jedhu kun maali'i? Waan inni dubbatu hin beekinnu» woliin jechu'uun, dedeebisanii wol ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ittuma deebi'anee, « ‹Yennaa diqqoo› jechuun kun maan? Marroo maanii akka inni dubbatiisatti jiru nuuti hin beennu» jedhane.