John 16:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugaa isinitti hima: isin waacittanee boottan, biyyi lafaa ammoo hin gammaddi; isin hin gadditan, gaddi keessan ammoo gara gammadaa hin jijjiirama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Isani laalefattani bootani, ammo nami lafa igammada; isani ilaalefattani, ammo lalalti teesani garagalte gammada taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhuguma, dhugaatiin isanitti himaa, isan laaleffattanii boottan, namii lafaa ammoo ingammada; isan laaleffattanii, laalaltii teessan ammoo garagaltee gammada taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, isin hin boottan mararoo baafattan, biyyi lafaa ammo hin gammada. Isin hin gadditan. Haa ta'uu ammo gaddi keessan gara gammachu'uu jijjiirama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, isin hin boottan mararoo baafattan, biyyi lafaa ammoo hin gammada. Isin hin gadditan. Haata'uu ammoo gaddi keessan gara gammachu'uu jijjiirama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugaa isiniin jedha, isin ni boottan, ni iyyitan'llee, biyyi lafaa garuu ni gammada, isin ni gadditan, garuu gaddi keessan gara gammachu'uu titti ni jijjiirama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugaa isinitti hima: isin waacittanee boottan, biyyi lafaa ammoo hin gammaddi; isin hin gadditan, gaddi keessan ammoo gara gammadaa hin jijjiirama.