John 16:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartiin takka yennaa deyiisa geettu, yennaan ciniisu'uu waan geetteef hin gadditi; yennaa daa'imi dhalate ammoo, daa'imi gara biyya lafaa waan dhufeef gammaddee, rakkinna ifii deeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni yo ch'ininfattu ilaalefatti, maro guyyaani isiini deetu gaheefi. Ammo eegi isiini ilme deete, deebite lalala suni inqaabattu, maro gammada daima lafati d'alteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen yo ciniinsifattu, marroo guyyaan isiin deettu ga'eef inlaalefatti. Isiin ammoo eegii ilmee dhaltee, waan nama lafaatti dhalteef gammachuufuu deebitee laalaala sun hinqaabattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartiin hennaa deettu jiini dayiinsa isi'ii waan itti gayeef hin gadditi, haa ta'uu ammo yoo daa'ima deetteen maayii waan namni biyya lafaatitti dhalateef sababa gammaddeef maayessa dhiphachuu isi'ii san maraa hin irraanfatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartiin hennaa deettu jiini dayiinsa isi'ii waan itti gayeef hin gadditi, haata'uu ammoo yoo daa'ima deetteen maayii waan namni biyya lafaatitti dhalateef sababa gammaddeef maayessa dhiphachuu isi'ii san maraa hin irraanfatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin yeroo deetutti guyyaan ciniinssu'uu isi'ii waan gayeef ni gadditi, eega deetteen duubatti garuu biyya lafaa irratti daa'imnni waan dhalateef, gammachuu isi'ii irraa ka ka'een, sarddama isi'ii hin yaadattu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin takka yennaa deyiisa geettu, yennaan ciniinsu'uu waan geetteef hin gadditi; yennaa daa'imi dhalate ammoo, daa'imi gara biyya lafaa waan dhufeef gammaddee, rakkinna ifii deeti.