John 16:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin amma gaddiisatti jirtan; ani ammoo deebi'ee isin hin dhagga; gadhaan keessan hin gammada; gammada keessan eennulle isin irraa hin fudhatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi isani amma lalala qabdani, ammo anini deebieti isani arga, garaani keesani ingammada, gammada keesani kana nami dandae isani ira imfud'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf isan amma laalaala qabdan; ammoo anin deebi'eetti isan arga, garaan keessan ingammada, gammada keessan kana namii tokkolleen danda'ee isan irraa hinfudhatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa akkasuma isinillee amma hin gadditan. Haa ta'uu ammo deebi'ee isin arga; garaan keessan hin gammada gammachuu keessanillee ka isin jalaa fudhatu hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa isinillee akkasuma, amma hin gadditan. Haata'uu ammoo deebi'ee isin arga, garaan keessan hin gammada gammachuu keessanillee ka isin jalaa fudhatu hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkasuma kana isin amma ni gadditan, garuu ani deebi'ee isin ni arga, onneen teessan ni gammada, gammachuu keessan'llee ka isin irraa fudhatu hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin amma gaddiisatti jirtan; ani ammoo deebi'ee isin hin dhagga; gadhaan keessan hin gammada; gammada keessan eennulle isin irraa hin fudhatu.