John 16:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haga ammaa maqaa kiyyaan waan tokkolle hin kadhanne; gammadi keessan guutuu akka te'uuf, kadhadha'a hin fudhattan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arra durati taka maqa kiyyaani woma inkad'anne; kad'ad'a, inargattani, aka gammadi keesani qit'au.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga ardhaa isan takka maqaa kiyyaan homaa hinkadhanne; akka gammadii keessan qixaa'u kadhadhaa, inargattan” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ammaa maqaa kiyyaan womaa hin kadhanne. Akka gammachuun keessan guutuu ta'u kadhadhaa'a hin argattanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga ammaa maqaa kiyyaan womaa hin kadhanne. Gammachuun keessan guutuu akka ta'u kadhadhaa'a hin argatanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga ammaa titti isin maqaa kiyyaan womaayyuu hin kadhanne, kadhadhaa isiniif kennama, gammachuun keessan'llee muda maleessa ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga ammaa maqaa kiyyaan waan tokkolle hin gaafanne; gammadi keessan guutuu akka te'uuf, gaafadha'a hin fudhattan» isaaniin jedhe.