John 16:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Kana mara isinitti himiisaaf fakkeennaan dubbadheera. Yennaan ani fakkeennaan hin dubbanne hin dhutti; marroo Abba'aa ammoo ifa tolchee isinitti hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana anini mammaasaani isaniti hime. Guyyaani anini dandae mammaasaani isaniti indubbanne ind'ufa, ammo diideese waan Abba isani agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Waan kana anin mammaassaanii isanitti hime; guyyaan anin danda'ee mammaassaanii isanitti hindubbanne indhufa, ammoo diideesseetti waan Abbaa isan garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kana fakkeennaan isinitti himeera. Haa ta'uu ammo waan Aabba addaataa isinitti himu malee achiin gama mammaakaan hennaan hin dubbanne hin dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Kana fakkeennaan isinitti himeera. Haata'uu ammoo waan Aabba addaataa isinitti himu malee achiin gama mammaakaan hennaan hin dubbanne hin dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Haga ammaa titti fakkeennaan isinitti himee jira, ammaa achitti fakkeennaan yeroon isinitti hin himnne ni dhufa, garuu waayee Waaqa Abba'aatiif waan maraa ibisee, isinitti ni hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Kana mara isinitti himiisaaf fakkeennaan dubbadheera. Yennaan ani fakkeennaan hin dubbanne hin dhutti; marroo Abba'aa ammoo ifa tolchee isinitti hima.