John 16:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufe; amma biyya lafaa lakkisee deebi'ee gara Abba'aa deemaara” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gara Abbati bahe lafati d'ufe; ammalle anini gara lafaati bahe Abbati deebia jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Abbaa biraa ba'ee gara lafaa dhufe; anin ammallee lafa dhiisee gara Abbaa deebi'a” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufeera; ammallee biyya lafaa gad dhiisa; gara Aabbaallee hin deema.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufeera; ammallee biyya lafaa gad dhiisa; gara Aabbaallee hin deema.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufee jira, deebi'ee'llee biyya lafaa kana dhiisee, gara Waaqa Abba'aa ni deema.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufe; amma biyya lafaa lakkisee deebi'ee gara Abba'aa deemaara» jedhe.