John 16:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattooti isaa, “Ati amma fakkeenna malee, ifa tolchitee dubbatiisatti jirta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan jed'eeni, Ilaali, ati amma mammaasaani indubbattu ammo diideesite dubbatta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii isaa, “Laal, atin amma mammaassaan hindubbattuu ammoo, diideesitteetti dubbattaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni, «kunoo amma addaataa dubbata'aarta, womaa fakkeennaan hin dubbattu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni kunoo amma addaataa dubata'aarta, womaa fakkeennaan hin dubbattu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee akkana ni jedhan, «Kunoo, amma fakkeennaan uduu hin ta'in, ifatti ni dubbatte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattooti isaa, «Ati amma fakkeenna malee, ifa tolchitee dubbatiisatti jirta.