John 16:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan waan Abbaa yookiin ana hin beenneef waan kana mara isin irratti godhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana maro naafi Abba imbeenneefi isani tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan kana cufaa marroo naa fi Abbaa hinbeenneef isan tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanallee wonti isin irratti godhaniif Anaa fi Aabbaanillee waan hin beenneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanallee wonti isin irratti godhaniif, Aabbaa fi anallee waan hin beenneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwatan, Waaqa Abbaa ta'ee ana'llee, waan hin beekiniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan Abbaa yookiin na hin beenneef waan kana mara isin irratti godhan.