John 16:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan isin qofi na lakkittanee namuu gara mana ifii bittinnaawu dhufiisatti jirti; ammaayyuu dhutteerti; ani qofii tiyya hin hafa. Abbaan na woliin waan jiruuf, ani ammoo qofi hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaala, guyyaani isani gargari firfirfamtani ind'ufa, amma ya d'ufe; nami ch'ufti gargari firfirfame, koba na lakiftani. Ammo anini koba injiru; Abba wolumaani jirra.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laalaa, guyyaan isan gargarii firfirfamtan indhufaa, ammaa ya dhufe; namii cuftii gargarii firfirfameetti, kophaa na lakiftani. Anin ammoo kophaa hinjiru; Abbaa walumaan jiraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma isin maruu hennaan gara manaa bittinnooftan, sa'aatiin nallee hojjatti dhiiftan hin dhufa ammaa gayeera, haa ta'uu ammo Aabba waan na woliin jiruuf hojja kiyyaa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma isin maruu gara manaa hennaan bittinnooftan, sa'aatiin nallee hojjatti dhiiftan hin dhufa ammaa gayeera, haata'uu ammoo Aabba waan na woliin jiruuf hojja kiyyaa mit.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee tokko tokkoon keessan gara mataa keessan ka bittinnoofttanii fi ana adda kiyyatti yeroo itti ana dhiifttan ni dhufa, saa'aatiin'llee amma gayee jira, garuu Waaqinni Abbaan anaan woliin waan ta'eef, adda kiyyaa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan isin qofi na lakkittanee namuu gara mana ifii bittinnowu dhufiisatti jirti; ammaayyuu dhutteerti; ani qofii tiyya hin hafa. Abbaan na woliin waan jiruuf, ani ammoo qofi hin jiru.