John 16:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Anaan nageenni akka isinii te'uuf ani tana isinitti himeera. Biyyi lafaa isin hin rakkitti; ammoo jabaadha'a! Ani biyya lafaa injifadheera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana anini ya isaniti hime, aka na keesa nagaya argattani. Lafa keesa d'ipu argattani, ammo garaa jabaad'a! Anini ya lafa dabsad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka na keessaa nagaa argattan; lafa keessaa dhiphuu argattan, anin waan kana ya isanitti hime; ammoo garaa jabaadhaa! Anin ya lafa dabsadhee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nageenni anaan akka isinii ta'uuf kana isinitti himeera; hennaa biyya lafaa keessa jirtan hin rakkattan, haa ta'uu ammo jabaadhaa'a! womaa miti ani biyya lafaa mooyadheera.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nageenni na'aan akka isinii ta'uuf kana isinitti himeera, biyya lafaa keessa hennaa jirtan hin rakkattan, haata'uu ammoo jabaadhaa'a! womaa mit ani biyya lafaa mooyadheera.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana isinitti dubbachuun kiyya ana keessa taatanii nageenna akka qabaattaniif jedheeti, biyya lafaa kana irra haga jirttanitti rakkinnatu isinitti jira, garuu jabaadhaa, ani biyya lafaa injifadhee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anaan nageenni akka isinii te'uuf ani tana isinitti himeera. Biyyi lafaa isin hin rakkitti; ammoo jabaadha'a! Ani biyya lafaa injifadheera» jedhe.