John 16:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan tana isinitti himeef ammoo, gadhaan keessaan gaddaan guutameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule waan anini waan kana isaniini jed'eefi, la guddo lalefattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan anin waan kana isaniin jedheef ammoo, la guddoo laalefattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kana waan isinitti himeef gadditaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo kana waan isinitti himeef gaddi garaa keessan keessa guuteera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee kana maraa waan isinitti himeef onneen keessan gaddaan guutamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan tana isinitti himeef ammoo, gadhaan keessan gaddaan guutameera.