John 16:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni yennaa dhufe, marroo cubbu'uu, marroo balchumma'aatii fi marroo mura'aa kolbaa biyya lafaatitti hin mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaafa d'ufu, aka dabi jiruufi aka d'ugaani jirtuufi aka Waaqi wollaala namaati muru nama garsiise hubachiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii gaafa dhufu, akka cubbuun jirtu, akka qajeelumtiilleen jirtuu fi akka Waaqii wallaala namaatti muru nama hubachiisa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee dhufee waan cubbu'uu, waan qajeellumma'aatii fi waan murti'ii adunya'atti hima.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee dhufeeti waan cubbuu, waan qajeellumma'aatii fi waan murti'ii adunya'atti hima.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee yeroo dhufetti waayee cubbu'uu, waayee qulqullaayomaatii fi waayee sababa murti'ii'llee, namoota biyya lafaa ni saaxila.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa dhufe, marroo cubbu'uu, marroo balchumma'aatii fi marroo mura'aa kolbaa biyya lafaatitti hin mudhisa.