John 16:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan waan anatti hin dhugeeffatiniif, marroo cubbu'uu inni isaanitti hin mudhisa;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka dabi jiru, waan worri d'ugefachu diduufi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan warrii natti hindhugeeffanneef, akka cubbuun jirtu ingarsiisa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan cubbuu isaaniitiif waan natti hin amanneef waan qajeellumma'aatiif gara Aabbaa waan deemuuf, asiin maayessa waan na hin argineef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan cubbuu isaaniitiif waan natti hin amanneef, waan qajeellumma'aatiif gara Aabbaa waan deemuuf, asiin maayessa waan na hin argineef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee cubbu'uutiif ka saaxilu, anatti waan hin amanneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan natti hin dhugeeffatiniif, marroo cubbu'uu inni isaanitti hin mudhisa;