John 17:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbii tana dubbateen duuba, Yesuus gara ol-gubba'aa ol ilaalee, “Abba'a, yennaan geetteerti. Ilmi keeti ulfinna akka sii kennuuf, Ilma keeti ulfeessi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni dubbi tana jennaani gubba olmillate waan jed'e, Aabbo, hojjaani ya geete. Ilma kanke guddisi, aka Ilmi si guddisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dubbii tana dubbannaan gara Waaqaa olmillatee, “Aabboo, yo'ii ya ga'ee, ilma kankee guddis, akka ilmiilleen si guddisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus kana dubbatee ija ufii gara sami'ii ol kaasee akkana jedhe, «Abbaa kiyya! kunoo sa'aatiin gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee kana dubbatee ija ufii gara sami'ii ol kaasee akkana jedhe, «Abbaa kiyya, sa'aatiin gayeera. Ilmi kee akka si kabajju foon uffataa maraa irratti baallii akka kenniteef worra kenniteef maraa akka jireenna bara baraa kennuuf Ilma kee kabajji.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana eega dubbateen duubatti ol jedhee gara sami'ii laala'aa akkana ni jedhe, «Yaa Abbaa! Kunoo saa'aatiin gayee jira, Ilmi kee akka si kabajuuf Ilma kee kabajiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbii tana dubbateen duuba, Yesuus gara ol-gubba'aa ol ilaalee, «Abba'a, yennaan geetteerti. Ilmi keeti ulfinna akka sii kennuuf, Ilma keeti ulfeessi.