John 17:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani amma gara keeti dhufaara; isaan gammada kiyya guutuu akka qabaatanuuf, dubbii tana biyya lafaa keessatti dubbadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana anini gara kanke d'ufa, waan kana lafa keesati jed'a, aka gammadi kiyya garaa worraa guutu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammatana anin gara kankee dhufa, akka ammoo gammadii kiyya garaa warraa guutuu waan kana lafa keessatti dubbadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee gara kee hin dhufa isaan biratti gammachuun kiyya ka raawwatame akka isaaniif ta'u kana biyya lafaa keessatti dubbadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee gara kee hin dhufa isaan biratti gammachuun kiyya ka raawwatame akka isaaniif ta'u kana biyya lafaa keessatti dubbadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma ani gara kee dhufuu kiyya, biyya lafaa irra yeroo jirutti gammachuun kiyya ka dubbadhu kan isa biratti, muda maleessa akka ta'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma gara keeti dhufaara; isaan gammada kiyya guutuu akka qabaatanuuf, dubbii tana biyya lafaa keessatti dubbadha.