John 17:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani akka ati hamaalessa irraa isaan eedduuf si kadhadha malee, akka ati biyya lafaa keessaa isaan baattuuf si hin kadhadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka atini lafa keesaa worra baaftu anini inkad'ad'u; ammo aka hama suni worra ira d'owartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka atin isaa hamaa sun irraa warra dhowartu malee, akka atin lafa keesaa warra baaftu hinkadhadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hamaa irraa akka isaan eedduuf malee biyya lafaa tana keessaa akka isaan baaftu si hin kadhadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hamaa irraa akka isaan eedduuf malee biyya lafaa tana keessaa akka isaan baaftu si hin kadhadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hamaa irraa isaan akka eegidduuf malee, biyya lafaatiin ala akka isaan fidduuf si hin kadhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka ati hamaalessa irraa isaan eedduuf si gaafadha malee, akka ati biyya lafaa keessaa isaan baattuuf si hin gaafadhu.