John 17:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma ani ka biyya lafaa hin te'in, isaanille ka biyya lafaatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ka lafatiiniti, akuma anileeni ka lafa intahiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma aniilleen ka lafaa hinta'in, warriilleen ka lafaatiiniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ani ka adunyaa kanaa hin taane isaanillee ka adunyaa kanaatii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma ani ka adunyaa kanaa hin taane isaanillee ka adunyaa kanaatii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma ani biyya lafaa irraa hin ta'initti, isaan'llee biyya lafaa irraayyii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ani ka biyya lafaa hin te'in, isaanille ka biyya lafaatii moti.