John 17:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma ati gara biyya lafaa ana ergite, anille gara biyya lafaa isaan ergereera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma atini lafati na ergite, akasuma anileeni worra lafa keesa erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma atin lafaatti na ergite, aniilleen akkasuma warra ya lafa keessa erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ati gara adunyaa tanaa na ergite akkasuma anillee gara adunya'aa isaan ergeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma gara adunyaa tanaa ati na ergite akkasuma anillee gara adunyaa isaan ergeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma ati gara biyya lafaa ana ergitetti, ani'llee isaan gara biyya lafaa titti isaan ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ati gara biyya lafaa ana ergite, anille gara biyya lafaa isaan ergeera.