John 17:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dhuga'aan ka woyyoomane akka te'anu, ani isaaniif jedhee ifi woyyoonsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro worraatiifi anini ufi qulqulleesa, aka worri d'ugaani qulqullau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo warraatiif anin ufi qulqulleessa, akka warrii dhugaan qulqullaa'u.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee akkasuma worra dhuga'aan woyyooman akka ta'an ani waan isaaniitiif uf woyyoomsa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaannillee akkasuma dhuga'aan worra woyyooman akka ta'an ani waan isaaniitiif uf woyyoomsa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan dhugamaanuu Qulqullaayomota akka ta'aniif, ani'llee mataa kiyya waayee isaaniitiif, ufi Qulqulluu ni taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhuga'aan ka woyyoomane akka te'anu, ani isaaniif jedhee ifi woyyoonsa.