John 17:2 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille worra ati isaaf kennite maraaf, jiruu bara bara akka kennuuf, ati kolbaa mara irratti baallii isaaf kenniteerta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini humna nama ch'ufa ira ya isaa kennite, aka inni nama ch'ufa ka atini isaa kennite jireenna hegeri kennuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka innii nama ati isaa kennite cufaa jireenna barabaraa kennu ati nama cufaa irra ya humna isaa kennite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi kee akka si kabajju, akka foon uffataa maraa irratti baallii kenniteef, worra kenniteef maraa akka jireenna bara baraa kennuuf Ilma kee kabajji.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka kabajitu'llee worra isaa kennite maraaf jireenna bara baraa akka kennuuf, namoota mara irratti aangoo waan isaa kenniteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille worra ati isaaf kennite maraaf, jiruu bara baraa akka kennuuf, ati kolbaa mara irratti baallii isaaf kenniteerta.