John 17:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaa balcha'a! Biyyi lafaa si hin beenne; ani ammoo si beeka; isaan kunille akka ati na ergite beekaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Aabbo d'uga, nami lafa qara si imbeekhu, ammo anini si beekha, jari kunileeni aka atini na ergite beekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ee'ee Aabbaa dhugaa, namii lafaa qaraa si hinbeeku, anin ammoo si beeka, jarii kuniilleen akka atin na ergite inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa qajeelaa! adunyaan si hin beenne; ani ammo si beeka. Kunniinillee akka ati na ergite hin beekan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaa qajeelaa, adunyaan si hin beenne, ani ammoo si beeka. Kunniinillee akka ati na ergite hin beekan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa Abbaa Qulqullaayomaa! Biyyi lafaa si hin beekinne, ani garuu si ni beeka, kunniin'llee akka ati ana ergite beekanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa balcha'a! Biyyi lafaa si hin beenne; ani ammoo si beeka; isaan kunille akka ati na ergite beekaneeran.